Leewwota 19:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin maqaa kootiin sobaan kakattanii+ maqaa Waaqa keessanii hin xureessinaa. Ani Yihowaa dha. Abbootii Murtii 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Namoonni Israaʼel Misphaa+ keessatti, “Nu keessaa eenyu iyyuu intala isaa nama gosa Biiniyaam taʼetti hin heerumsiisu” jedhanii kakatan.+
21 Namoonni Israaʼel Misphaa+ keessatti, “Nu keessaa eenyu iyyuu intala isaa nama gosa Biiniyaam taʼetti hin heerumsiisu” jedhanii kakatan.+