LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ruut 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yeroo kanatti Naaʼomiin haadha manaa ilma ishiitiin, “Yihowaan inni jaalala isaa isa amanamaa warra jiranittis taʼe warra duʼanitti argisiisuu+ hin dhiisne isa haa eebbisu” jette. Naaʼomiin itti fufuudhaan, “Namichi fira keenya+ isa nu furuuf* mirga qabu dha”+ jette.

  • Ruut 4:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Salmoon Boʼaaziin dhalche; Boʼaaz Yoobeediin dhalche; 22 Yoobeed Isseyiin dhalche; Issey immoo Daawitiin dhalche.

  • Maatewos 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Salmoon Rahaab+ irraa Boʼaaziin dhalche;

      Boʼaaz Ruut+ irraa Yoobeediin dhalche;

      Yoobeed Isseyiin+ dhalche;

  • Luqaas 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni

      ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;

      Yoseef ilma Heelii,

  • Luqaas 3:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Daawit ilma Issey,+

      Issey ilma Yoobeed,+

      Yoobeed ilma Boʼaaz,+

      Boʼaaz ilma Salmoon,+

      Salmoon ilma Naʼaasoon,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi