Baʼuu 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe, Ruut 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Naaʼomiin haadhotii manaa ilmaan ishii lamaaniin akkana jette: “Deemaa, lamaan keessan iyyuu gara mana haadhotii keessanitti deebiʼaa. Akkuma isin abbootii manaa keessan warra duʼanittis taʼe anatti jaalala amanamaa argisiistan, Yihowaan jaalala amanamaa isinitti haa argisiisu.+ Faarfannaa 36:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+ Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+
6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,
8 Naaʼomiin haadhotii manaa ilmaan ishii lamaaniin akkana jette: “Deemaa, lamaan keessan iyyuu gara mana haadhotii keessanitti deebiʼaa. Akkuma isin abbootii manaa keessan warra duʼanittis taʼe anatti jaalala amanamaa argisiistan, Yihowaan jaalala amanamaa isinitti haa argisiisu.+
7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+ Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+