-
1 Saamuʼel 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kana malees, Taabonni Waaqayyoo ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaasis ni duʼan.+
-
-
1 Saamuʼel 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Filisxeemonni Taabota Waaqa dhugaa erga boojiʼanii+ booda Ebeen Ezer irraa gara Ashdooditti fidan.
-
-
Faarfannaa 78:61Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
61 Mallattoon jabina isaa akka boojiʼamu godhe;
Simboo isaas harka diinaatti dabarsee kenne.+
-