LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ati guutummaa lafaa irratti kan akka kootii tokko illee akka hin jirre akka beektuuf,+ amma ani siin, tajaajiltoota kee fi saba kee akka rukutuuf dhaʼicha koo hundumaa nan erga.

  • Baʼuu 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haa taʼu malee, ati lubbuudhaan akka jiraattu kanan godhe, humna koo sitti argisiisuuf, akkasumas maqaan koo guutummaa lafaa irratti akka labsamu gochuufi.+

  • Roomaa 9:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kitaabni Qulqulluun waaʼee Faraʼoon, “Ani kanan si turse, humna koo karaa kee argisiisuuf, akkasumas maqaan koo guutummaa lafaa irratti akka labsamu gochuufi” jedha.+ 18 Kanaafuu, inni nama gara laafina itti argisiisuu barbaadutti gara laafina ni argisiisa; nama mata jabeessa akka taʼu barbaaduuf immoo ni heyyamaaf.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi