Lakkoofsa 17:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Israaʼelonnis yeroo kanatti Museedhaan akkana jedhan: “Amma duʼuu keenya; dhugumaan dhumuu keenya; hundi keenya dhumuuf jenna! 13 Namni godoo qulqulluu Yihowaatti dhihaatu kam iyyuu ni duʼa!+ Akka kanaan duunee dhumuuf jennaa?”+ 2 Saamuʼel 6:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Haa taʼu malee, aariin Yihowaa Uuzaa irratti waan bobaʼeef Daawit ni aare;* iddoon sunis hanga harʼaatti Pereez Uuzaa* jedhama. 9 Kanaafuu, Daawit guyyaa sanatti Yihowaa waan sodaateef,+ “Taabonni Yihowaa akkamitti gara koo dhufuu dandaʼa?” jedhe.+ Faarfannaa 76:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Si qofatu sodaachisaa dha.+ Eenyutu dheekkamsa kee isa guddaa dura dhaabbachuu dandaʼa?+
12 Israaʼelonnis yeroo kanatti Museedhaan akkana jedhan: “Amma duʼuu keenya; dhugumaan dhumuu keenya; hundi keenya dhumuuf jenna! 13 Namni godoo qulqulluu Yihowaatti dhihaatu kam iyyuu ni duʼa!+ Akka kanaan duunee dhumuuf jennaa?”+
8 Haa taʼu malee, aariin Yihowaa Uuzaa irratti waan bobaʼeef Daawit ni aare;* iddoon sunis hanga harʼaatti Pereez Uuzaa* jedhama. 9 Kanaafuu, Daawit guyyaa sanatti Yihowaa waan sodaateef,+ “Taabonni Yihowaa akkamitti gara koo dhufuu dandaʼa?” jedhe.+