1 Seenaa Baraa 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+ 2 Seenaa Baraa 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Haa taʼu malee, Daawit Taabota Waaqa dhugaa sana Qiriyaat Yeʼariim+ irraa fuudhee gara iddoo isaaf qopheessetti fidee ture; Yerusaalem keessattis taabotichaaf dunkaana dhaabee ture.+
16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+
4 Haa taʼu malee, Daawit Taabota Waaqa dhugaa sana Qiriyaat Yeʼariim+ irraa fuudhee gara iddoo isaaf qopheessetti fidee ture; Yerusaalem keessattis taabotichaaf dunkaana dhaabee ture.+