LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis gara Deebir ishii Sulula* Akooritti+ argamtutti ol baʼee gara kaabaatti garagalee gara Gilgaal+ ishii daandii Adumiimitti ol baasu isa kibba laga gogaatti argamu fuuldura jirtutti qajeela; achiis bishaan Een Shemeesh+ bira darbee Een Rogeel+ biratti dhaabbata.

  • Iyyaasuu 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.

  • 1 Saamuʼel 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaafuu, namoonni sun hundi gara Gilgaal dhaqanii, achitti Yihowaa duratti Saaʼoliin mootii godhan. Achittis Yihowaa duratti aarsaawwan gamtaa ni dhiheessan;+ Saaʼolii fi namoonni Israaʼel hundis baayʼee gammadan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi