LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 17:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Ati gara biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennutti galtee dhaalaan fudhachuudhaan ishii keessa jiraachuu erga jalqabdee booda, ‘Akkuma saboota naannoo kootti argaman hundumaa anis of irratti mootii nan muuda’ yoo jette,+ 15 yeroo kanatti mootii Waaqni kee Yihowaan filatu muuduu qabda.+ Mootii kan muuddu obboloota kee gidduudhaa taʼuu qaba. Nama biyya ormaa obboleessa kee hin taane akka of irratti muuddu siif hin heyyamamu.

  • 1 Saamuʼel 12:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Mootiin inni isin barbaaddanii fi gaafattan kunoo ti. Kunoo, Yihowaan isin irratti mootii muudeera.+

  • Hojii Ergamootaa 13:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sana booda garuu mootiin akka isaaniif muudamu gaafatan;+ Waaqayyos Saaʼol ilma Qiish isa gosa Biiniyaam+ keessaa taʼe waggaa 40f isaaniif kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi