1 Saamuʼel 7:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Saamuʼel umurii isaa guutuu Israaʼelotaaf abbaa murtii taʼee tajaajile.+ 16 Inni, waggaa waggaadhaan Beetel,+ Gilgaalii+ fi Misphaa+ keessa naannaʼee iddoowwan kana hundumaatti abbaa murtii taʼee Israaʼelota tajaajileera. 1 Saamuʼel 11:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Sana booda Saamuʼel namoota sanaan, “Kottaa gara Gilgaal+ dhaqnee Saaʼol mootii taʼuu isaa irra deebinee labsina” jedhe.+
15 Saamuʼel umurii isaa guutuu Israaʼelotaaf abbaa murtii taʼee tajaajile.+ 16 Inni, waggaa waggaadhaan Beetel,+ Gilgaalii+ fi Misphaa+ keessa naannaʼee iddoowwan kana hundumaatti abbaa murtii taʼee Israaʼelota tajaajileera.
14 Sana booda Saamuʼel namoota sanaan, “Kottaa gara Gilgaal+ dhaqnee Saaʼol mootii taʼuu isaa irra deebinee labsina” jedhe.+