LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 15:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Inni dubbii Yihowaa waan tuffateef, akkasumas ajaja isaa waan cabseef, namni* sun mamii tokko malee haa balleeffamu.+ Balleessaan isaa isuma irra ni taʼa.’”+

  • 1 Saamuʼel 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namoonni sun aarsaa Yihowaadhaaf dhihaatu waan tuffataniif, cubbuun tajaajiltoota sanaa Yihowaa duratti baayʼee guddaa taʼe.+

  • 1 Saamuʼel 3:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dogoggora inni beeku sanaan kan kaʼe mana isaa irratti murtii bara baraa akkan dabarsu itti himi;+ sababiin isaas ilmaan isaa Waaqayyoon arrabsaniiru;+ inni garuu isaanitti hin dheekkamne.+ 14 Dogoggorri mana Eelii aarsaawwaniin yookiin kennaawwaniin matumaa dhiifama akka hin arganne mana isaa irratti kanan kakadhe kanaafi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi