-
1 Saamuʼel 20:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Abbaan koo si miidhuuf kan yaade yoo taʼe garuu, ani dhimma kana si beeksisee nagaadhaan si hin ergu taanaan, Yihowaan adaba guddaa na haa adabu. Yihowaan akkuma abbaa koo wajjin ture,+ sii wajjinis haa taʼu.+ 14 Ani utuun lubbuudhaan jiruus taʼe yommuun duʼu, ati jaalala amanamaa isa kan Yihowaa natti hin argisiistuu?+
-