LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 23:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Abiyaataar+ ilmi Ahimelek yommuu gara Qeyilaa gara Daawititti baqatetti efuudii qabatee ture.

  • 1 Saamuʼel 30:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis Daawit ilma Ahimelek kan taʼe Abiyaataar+ lubichaan, “Maaloo, efuudicha as fidi” jedhe.+ Kanaafuu, Abiyaataar efuudicha gara Daawititti fide.

  • 2 Saamuʼel 20:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Sheewaan barreessaa ture; Saadoqii+ fi Abiyaataar+ immoo luboota turan.

  • 1 Mootota 2:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kanaafuu, Solomoon dubbiin Yihowaan Shiiloo+ keessatti mana Eelii+ irratti dubbate akka raawwatamuuf, luba Yihowaa taʼee akka hin tajaajilleef Abiyaataariin ni ariʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi