-
1 Saamuʼel 22:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Haa taʼu malee, ilmaan Ahimelek ilma Ahixuub keessaa tokko kan taʼe Abiyaataar+ miliqee Daawit duukaa buʼuuf baqatee deeme.
-
-
1 Mootota 2:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Mootichis Abiyaataar+ lubichaan, “Gara maasii kee isa Anaatot+ keessatti argamuu dhaqi! Ati duʼuu qabda turte; garuu ani harʼa si hin ajjeesu; sababiin isaas, ati abbaa koo Daawit duratti Taabota Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa baatteetta;+ rakkina abbaa koo irra gaʼe hundumaa keessattis isaa wajjin rakkatteetta”+ jedhe.
-