1 Saamuʼel 30:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Daawitis, “Tuuta weerartootaa kana duukaa buʼuu? Isaan nan dhaqqabaa?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Innis, “Duukaa buʼi; isaan ni dhaqqabda; wanta isaan fudhatanis isaan irraa ni deebifta” isaan jedhe.+ 2 Saamuʼel 5:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Daawitis, “Ol baʼee Filisxeemota waraanuu? Harka kootti dabarsitee isaan ni kennitaa?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Yeroo kanatti Yihowaan Daawitiin, “Ani Filisxeemota harka keetti dabarsee waanan kennuuf, ol baʼi” jedhe.+ Faarfannaa 37:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Daandii kee Yihowaatti kennadhu;*+Isatti amanami, innis siif jecha tarkaanfii ni fudhata.+
8 Daawitis, “Tuuta weerartootaa kana duukaa buʼuu? Isaan nan dhaqqabaa?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Innis, “Duukaa buʼi; isaan ni dhaqqabda; wanta isaan fudhatanis isaan irraa ni deebifta” isaan jedhe.+
19 Daawitis, “Ol baʼee Filisxeemota waraanuu? Harka kootti dabarsitee isaan ni kennitaa?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Yeroo kanatti Yihowaan Daawitiin, “Ani Filisxeemota harka keetti dabarsee waanan kennuuf, ol baʼi” jedhe.+