Iyyaasuu 19:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Carraan inni arfaffaan+ Yisaakoriif,+ jechuunis sanyii Yisaakoriif akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. 18 Daangaan isaanii hamma Yezriʼel,+ Kesuulot, Shunaam,+ 1 Saamuʼel 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Filisxeemonni+ raayyaawwan waraanaa isaanii hundumaa Afeeqitti walitti ni qaban; Israaʼelonni immoo burqaa Yezriʼel+ keessatti argamu bira buufatanii turan.
17 Carraan inni arfaffaan+ Yisaakoriif,+ jechuunis sanyii Yisaakoriif akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. 18 Daangaan isaanii hamma Yezriʼel,+ Kesuulot, Shunaam,+
29 Filisxeemonni+ raayyaawwan waraanaa isaanii hundumaa Afeeqitti walitti ni qaban; Israaʼelonni immoo burqaa Yezriʼel+ keessatti argamu bira buufatanii turan.