1 Saamuʼel 30:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Daawitis, “Tuuta weerartootaa kana duukaa buʼuu? Isaan nan dhaqqabaa?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Innis, “Duukaa buʼi; isaan ni dhaqqabda; wanta isaan fudhatanis isaan irraa ni deebifta” isaan jedhe.+ Faarfannaa 34:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Rakkinni nama qajeelaa hedduu dha,+Yihowaan garuu hunduma isaa jalaa isa ni oolcha.+
8 Daawitis, “Tuuta weerartootaa kana duukaa buʼuu? Isaan nan dhaqqabaa?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Innis, “Duukaa buʼi; isaan ni dhaqqabda; wanta isaan fudhatanis isaan irraa ni deebifta” isaan jedhe.+