1 Saamuʼel 26:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Daawitis itti fufuudhaan akkana jedhe: “Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha, Yihowaan isa ajjeesa+ yookiin guyyaan isaa gaʼee duʼa+ yookiin gara dirree waraanaatti gad buʼee duʼa.+ 1 Seenaa Baraa 10:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+
10 Daawitis itti fufuudhaan akkana jedhe: “Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha, Yihowaan isa ajjeesa+ yookiin guyyaan isaa gaʼee duʼa+ yookiin gara dirree waraanaatti gad buʼee duʼa.+
13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+