-
2 Saamuʼel 1:13-15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Daawitis dargaggeessa oduu kana isatti hime sana, “Ati nama biyya eessaa ti?” jedhee gaafate. Innis, “Ani ilma Amaaleqicha isa nama biyya ormaa taʼe tokkoo ti” isaan jedhe. 14 Achiis Daawit, “Isa Yihowaan dibe ajjeesuuf yommuu harka kee kaastu maaliif hin sodaanne?” isaan jedhe.+ 15 Yeroo kanatti Daawit dargaggoota sana keessaa isa tokko waamee, “Itti siqiitii isa rukuti” isaan jedhe. Innis isa ni rukute; namichis ni duʼe.+
-