2 Saamuʼel 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 yeroo namichi tokko misiraachoo kan naaf fide itti fakkaatee, ‘Kunoo Saaʼol duʼeera’ jedhee natti himetti,+ qabeen Siqlaagitti isa ajjeese.+ Badhaasni ergamaan sun ana irraa argate kana ture!
10 yeroo namichi tokko misiraachoo kan naaf fide itti fakkaatee, ‘Kunoo Saaʼol duʼeera’ jedhee natti himetti,+ qabeen Siqlaagitti isa ajjeese.+ Badhaasni ergamaan sun ana irraa argate kana ture!