1 Saamuʼel 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele. 2 Saamuʼel 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waraanni mana Saaʼolii fi mana Daawit gidduutti godhamu yeroo dheeraadhaaf itti fufe; Daawit jabaachaa yommuu deemu,+ manni Saaʼol garuu dadhabaa deeme.+
13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele.
3 Waraanni mana Saaʼolii fi mana Daawit gidduutti godhamu yeroo dheeraadhaaf itti fufe; Daawit jabaachaa yommuu deemu,+ manni Saaʼol garuu dadhabaa deeme.+