LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 22:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan.

  • 1 Saamuʼel 22:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo booda Gaad+ raajichi Daawitiin, “Dahoo sana keessa hin jiraatin. Bakka sanaa baʼiitii gara biyya Yihudaa dhaqi”+ jedhe. Kanaafuu, Daawit achii baʼee bosona Heeretitti seene.

  • 1 Saamuʼel 24:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kanaafuu, Daawit Saaʼoliif ni kakate; sana booda Saaʼol gara mana isaatti qajeele.+ Daawitii fi namoonni isaa garuu gara dahoo sanaatti ol baʼan.+

  • 2 Saamuʼel 23:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yeroo sanatti Daawit dahoo keessa ture;+ buufanni loltoota Filisxeemotaa tokko immoo Beetaliheem keessa ture.

  • 1 Seenaa Baraa 14:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Filisxeemonni Daawit guutummaa Israaʼel irratti mootii taʼee dibamuu+ isaa yommuu dhagaʼan, hundi isaanii isa barbaaduu dhufan.+ Daawitis kana yommuu dhagaʼu isaaniin waraanuuf baʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi