-
Baʼuu 25:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Taaboticha ittiin baachuuf akka taʼutti, danqaraawwan kana amartiiwwan Taaboticha cinaatti argaman keessa ni loosta.
-
-
Iyyaasuu 3:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, sabichi Yordaanosiin ceʼuu isaa dura yommuu dunkaana isaa keessaa baʼee deemuu jalqabetti, luboonni warri taabota+ kakuu baatan sabicha dura buʼanii deeman.
-