Faarfannaa 25:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Warri isa sodaatan Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabu,+Innis kakuu isaa isaan beeksisa.+