1 Saamuʼel 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Daawit Saaʼolii wajjin dubbatee akkuma xumureen, Yonaataanii+ fi Daawit michummaa cimaadhaan walitti maxxanan;* Yonaataanis akkuma lubbuu isaatti isa ni jaallate.+ 1 Saamuʼel 18:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yonaataan akka lubbuu isaatti waan isa jaallateef,+ innii fi Daawit kakuu waliif ni galan.+
18 Daawit Saaʼolii wajjin dubbatee akkuma xumureen, Yonaataanii+ fi Daawit michummaa cimaadhaan walitti maxxanan;* Yonaataanis akkuma lubbuu isaatti isa ni jaallate.+