LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Daawit fiixee gaarichaa+ irraa xinnuma akka siqeen Ziibaan+ tajaajilaan Mefibosheet+ daabboo 200, bixxillee zabiibii 100, bixxillee firii bonaa* 100 fi daadhii wayinii hubboo* guddaa tokko harroota lamatti feʼee isa argachuuf achitti isa eegaa ture.+

  • 2 Saamuʼel 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 namoonni 1,000 warri biyya Biiniyaamii dhufanis isaa wajjin jiru turan. Ziibaan+ inni tajaajilaa mana Saaʼol taʼes ilmaan isaa 15 fi tajaajiltoota isaa 20 wajjin dafee mooticha dursee gara Yordaanositti gad buʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi