LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti namichi tajaajilaa mana Saaʼol taʼee fi Ziibaa+ jedhamu tokko jira ture. Kanaafuu, isaan gara Daawititti isa waaman; mootichis, “Ati Ziibaa dhaa?” jedhee isa gaafate. Innis, “Eeyyee, ani tajaajilaa kee Ziibaa dha” jedhee isaaf deebise.

  • 2 Saamuʼel 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ati, ilmaan kee fi tajaajiltoonni kee laficha isaaf ni qottu; oomisha isaas walitti ni qabdu; kunis namoota maatii ilma ilma gooftaa keetii taʼan hundumaatiif nyaata ni taʼa. Mefibosheet ilmi ilma gooftaa keetii garuu yeroo hundumaa maaddii koo irraa ni nyaata.”+

      Ziibaan ilmaan 15 fi tajaajiltoota 20 qaba ture.+

  • 2 Saamuʼel 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Daawit fiixee gaarichaa+ irraa xinnuma akka siqeen Ziibaan+ tajaajilaan Mefibosheet+ daabboo 200, bixxillee zabiibii 100, bixxillee firii bonaa* 100 fi daadhii wayinii hubboo* guddaa tokko harroota lamatti feʼee isa argachuuf achitti isa eegaa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi