-
2 Saamuʼel 9:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yeroo kanatti namichi tajaajilaa mana Saaʼol taʼee fi Ziibaa+ jedhamu tokko jira ture. Kanaafuu, isaan gara Daawititti isa waaman; mootichis, “Ati Ziibaa dhaa?” jedhee isa gaafate. Innis, “Eeyyee, ani tajaajilaa kee Ziibaa dha” jedhee isaaf deebise.
-
-
2 Saamuʼel 9:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yeroo kanatti mootichi Ziibaa tajaajilaa Saaʼolitti ergee isa waamsisee akkana isaan jedhe: “Wanta kan Saaʼol taʼee fi wanta kan maatii isaa taʼe hundumaa ilma ilma gooftaa keetiitiif kenneera.+
-