LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 19:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan.

  • Uumama 19:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Ishiin quxisuunis ilma ni deesse; maqaa isaas Benʼamii jettee moggaaste. Inni abbaa Amoonota+ yeroo ammaatti argamanii ti.

  • Abbootii Murtii 10:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; harka Filisxeemotaattii fi harka Amoonotaattis dabarsee isaan kenne.*+

  • Abbootii Murtii 11:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis Yiftaan, “Ati biyya koo waraanuuf kan dhufte ana irraa maal qabda?”* jedhee gara mootii Amoonotaatti+ ergamtoota erge.

  • Abbootii Murtii 11:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Innis magaalota 20n Aroʼerii hamma Miinititti argaman keessatti, akkasumas naannoo hamma Abeel Keraamiimitti argamu keessatti namoota hedduu ni fixe. Akka kanaan, Amoononni Israaʼelota duratti ni moʼaman.

  • 1 Saamuʼel 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Nahaash mootiin Amoonotaa+ dhufee Yaabeesh+ ishii Giiliyaaditti argamtutti marse. Namoonni Yaabeesh hundis Nahaashiin, “Nuu wajjin kakuu gali;* nutis si tajaajilla” jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi