-
1 Saamuʼel 22:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan. 2 Warri rakkina keessa jiran, warri liqiin irra jiruu fi warri komii qaban* hundi isa biratti walitti qabaman; innis ajajaa isaanii taʼe. Namoonni isaa wajjin jiranis gara dhiirota 400 turan.
-