LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 5:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Daawit Kebroonii erga dhufee booda Yerusaalem keessatti saajjatootaa+ fi haadhotii manaa dabalataa ni fuudhe; ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dabalataas ni dhalche.+

  • 2 Saamuʼel 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, mootichi guutummaa maatii isaa of duukaa buusee baʼee deeme; haa taʼu malee, mootichi manicha* akka eeganiif saajjatoota+ kudhan achumatti hambise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi