LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa rakkina sitti nan fida;+ ijuma kee duratti haadhotii manaa kee fuudhee nama kan biraatiif nan kenna;+ innis guyyuma saafaa* haadhotii manaa kee wajjin ni ciisa.+

  • 2 Saamuʼel 16:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ahitoofelis Abishaalomiin akkana jedhe: “Saajjatoota abbaa keetii warra inni akka mana* eeganiif dhiisee deemee+ wajjin saalqunnamtii raawwadhu.+ Achiis guutummaan Israaʼel abbaan kee akka waan xiraaʼaatti akka si ilaalu gochuu kee ni dhagaʼa; warri si deggeranis humna ni argatu.”

  • 2 Saamuʼel 20:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Daawit gara mana* isaa isa Yerusaalemitti argamutti+ yommuu dhufu, mootichi saajjatoota isaa kurnan akka mana isaa eeganiif achitti dhiisee+ ture sana fuudhee mana eegamu tokko keessa isaan kaaʼe. Inni nyaata isaaniif kennaa kan ture taʼus, isaanii wajjin saalqunnamtii hin raawwanne.+ Hamma guyyaa itti duʼanittis adda baafamanii mana tokko keessa jiraatan; isaan abbaa manaa lubbuudhaan jiru kan qaban taʼus, akka dubartoota abbaan manaa irraa duʼetti jiraatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi