4 Achiis Daawit akka ishii fidaniif ergamtoota erge.+ Kanaafuu, ishiin gara isaatti ol seente; innis ishii wajjin ciise.+ (Kunis kan taʼe yeroo ishiin xuraaʼummaa ishii irraa of qulqulleessaa turtetti dha.)+ Sana booda ishiin gara mana ishiitti deebite.