LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 12:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Innis akkana jedhee isaaniif deebise: “Mucichi utuu lubbuudhaan jiruu, ‘Yihowaan garaa naa laafee mucichi akka jiraatu kan godhu yoo taʼe maaltu beeka?’+ jedhee waanan yaadeef nan soome,+ nan booʼes.

  • Yoonaas 3:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Namnis taʼe horiin uffata gaddaa haa uffatu; isaan garaadhaa gara Waaqayyootti haa iyyan; daandii isaanii isa hamaa fi gocha isaanii isa jalʼaa irraa haa deebiʼan. 9 Waaqni dhugaan wanta gochuuf yaade sana irra deebiʼee yaaduudhaan* akka nuti hin badneef dheekkamsa isaa isa bobaʼu irraa yoo deebiʼe maaltu beeka?”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi