-
2 Saamuʼel 12:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Daawitis mucichaaf cimsee Waaqa dhugaa kadhate. Daawit ni soome; gara kutaa isaatti seenees halkan guutuu lafa irra ciise.+
-