-
2 Saamuʼel 15:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Daawitis yeruma sana tajaajiltoota isaa warra isaa wajjin Yerusaalem keessa jiran hundumaatiin, “Tokkoon keenya illee Abishaalom jalaa miliquu waan hin dandeenyeef, kaʼaa, haa baqannu!+ Inni dafee nu bira gaʼee nu balleessuu fi magaalattiis goraadeedhaan rukutuu waan dandaʼuuf dafaa haa baqannu!”+ jedhe.
-
-
2 Saamuʼel 17:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Eessatti iyyuu yoo isa arganne, akka fixeensa lafa irra buʼuutti tasa isa rukunna; innis taʼe namoonni isaa wajjin jiran tokkoon isaanii illee lubbuudhaan hin oolan.
-