-
2 Saamuʼel 12:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa rakkina sitti nan fida;+ ijuma kee duratti haadhotii manaa kee fuudhee nama kan biraatiif nan kenna;+ innis guyyuma saafaa* haadhotii manaa kee wajjin ni ciisa.+ 12 Ati kana kan goote dhoksaatti taʼus,+ ani Israaʼelota hundumaa durattii fi guyyaa saafaa* kana nan godha.’”
-