-
Keessa Deebii 3:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Oog mootiin Baashaan namoota Refaayim keessaa isa dhumaa ture. Sireen* reeffaa isaa sibiila* irraa kan tolfame yeroo taʼu, hamma harʼaattis Raabaa ishii magaalaa Amoorotaa taate keessatti argama. Sireen sun akka safartuu baramaa taʼeetti dheerinni isaa dhundhuma* sagal, dalgi isaa immoo dhundhuma afur ture.
-
-
2 Saamuʼel 12:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Kanaafuu, Daawit loltoota hundumaa erga walitti qabee booda gara Raabaa deemee waraanee ishii qabate.
-