-
2 Saamuʼel 18:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis Daawit namoota harka sadii keessaa harka tokko ajaja* Yoʼaab+ jalatti, namoota harka sadii keessaa harka tokko ajaja Abishaay+ obboleessa Yoʼaab ilma Zeruuyaa+ jalatti, namoota harka sadii keessaa harka tokko immoo ajaja Iitaay+ isa nama Gaat taʼe jalatti ramadee erge. Achiis mootichi, “Anis isinii wajjin nan baʼa” isaaniin jedhe.
-