LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda Daawit, “Magaalota Yihudaa keessaa gara ishii tokkootti ol baʼuu?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Yihowaanis, “Ol baʼi” isaan jedhe. Achiis Daawit, “Garam dhaqu?” jedhee gaafate. Innis, “Gara Kebroon+ dhaqi” jedhee isaaf deebise.

  • 2 Saamuʼel 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kana malees, Daawit namoota isaa wajjin turan+ hundumaa maatii isaanii wajjin fudhatee ol baʼe; isaanis magaalota naannoo Kebroonitti argaman keessa jiraachuu jalqaban.

  • 1 Seenaa Baraa 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo booda Israaʼelonni hundi Daawit isa Kebroonitti+ argamu biratti walitti qabamanii akkana isaan jedhan: “Kunoo, nuti lafee kee fi foon kee ti.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi