LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Mootichis itti fufee, “Namni mana Saaʼol keessaa hafee fi ani jaalala Waaqayyoo isa amanamaa itti argisiisuu dandaʼu jiraa?” jedhee isa gaafate. Ziibaanis, “Amma iyyuu ilmi Yonaataan tokko jira; inni miilli isaa lamaan naafa dha”+ jedhee mootichaaf deebise.

  • 2 Saamuʼel 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Mefibosheet ilmi Yonaataan ilmi Saaʼol yommuu gara Daawititti seenu, yeruma sana adda isaatiin lafatti gombifamee sagade. Achiis Daawit, “Mefibosheet!” jedhee isa waame; innis, “Oo, gooftaa koo” jedhee isaaf deebise.

  • 2 Saamuʼel 16:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Mootichis yeroo kanatti, “Ilmi* gooftaa keetii eessa jira?” jedhee isa gaafate.+ Ziibaanis, “Inni, ‘Harʼa manni Israaʼel, mootummaa abbaa koo deebisee anaaf ni kenna’ jedhee waan yaadeef, Yerusaalem keessatti hafeera” jedhee mootichaaf deebise.+ 4 Mootichis Ziibaadhaan, “Kunoo, wanti kan Mefibosheet taʼe hundi kan kee ti” jedhe.+ Ziibaanis deebisee, “Ani si duratti nan sagada. Yaa gooftaa koo yaa mootii, si duratti fudhatama akkan argadhu godhi” isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi