Leewwota 19:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha. 2 Saamuʼel 16:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Mootichis yeroo kanatti, “Ilmi* gooftaa keetii eessa jira?” jedhee isa gaafate.+ Ziibaanis, “Inni, ‘Harʼa manni Israaʼel, mootummaa abbaa koo deebisee anaaf ni kenna’ jedhee waan yaadeef, Yerusaalem keessatti hafeera” jedhee mootichaaf deebise.+
16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha.
3 Mootichis yeroo kanatti, “Ilmi* gooftaa keetii eessa jira?” jedhee isa gaafate.+ Ziibaanis, “Inni, ‘Harʼa manni Israaʼel, mootummaa abbaa koo deebisee anaaf ni kenna’ jedhee waan yaadeef, Yerusaalem keessatti hafeera” jedhee mootichaaf deebise.+