2 Saamuʼel 5:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Filisxeemonnis Daawit Israaʼel irratti mootii taʼee dibamuu+ isaa yommuu dhagaʼan, hundi isaanii isa barbaaduu dhufan.+ Daawitis kana yommuu dhagaʼu, gara dahoo sanaatti gad buʼe.+ 2 Saamuʼel 5:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Boodas Filisxeemonni deebiʼanii dhufanii Sulula* Refaayim+ keessa faffacaʼan.
17 Filisxeemonnis Daawit Israaʼel irratti mootii taʼee dibamuu+ isaa yommuu dhagaʼan, hundi isaanii isa barbaaduu dhufan.+ Daawitis kana yommuu dhagaʼu, gara dahoo sanaatti gad buʼe.+