LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 23:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Daawitis iddoowwan lafa onaa warra bira gaʼuuf rakkisaa taʼan keessa, naannoo gaarotaa isa lafa onaa Ziifitti+ argamu keessa ni jiraate. Saaʼol Daawitiin barbaaduu isaa kan itti fufe taʼus,+ Yihowaan harka isaatti dabarsee isa hin kennine.

  • Faarfannaa 18:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa tajaajilaa Yihowaa kan taʼe Daawit guyyaa Yihowaan harka diinota isaa hundumaa fi harka Saaʼol jalaa isa oolchetti Yihowaadhaaf faarfate. Akkana jedhe:+

  • Faarfannaa 34:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Rakkinni nama qajeelaa hedduu dha,+

      Yihowaan garuu hunduma isaa jalaa isa ni oolcha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi