2 Saamuʼel 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Daawitis guyyaa Yihowaan harka diinota isaa hundumaa jalaa fi harka Saaʼol jalaa isa oolchetti,+ jechoota faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfate.+
22 Daawitis guyyaa Yihowaan harka diinota isaa hundumaa jalaa fi harka Saaʼol jalaa isa oolchetti,+ jechoota faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfate.+