LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18:20-24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yihowaan akka qajeelummaa kootti na kiisa;+

      Akka qulqullummaa harka koottis naaf deebisa.+

      21 Ani daandiiwwan Yihowaa eegeera,

      Waaqa koo dhiisuudhaanis hammina hin raawwanne.

      22 Murtiiwwan isaa hundi fuula koo dura jiru;

      Dambiiwwan isaa hin tuffadhu.

      23 Isa duratti balleessaa malee nan jiraadha,+

      Dogoggora irraas of nan eega.+

      24 Yihowaan akka qajeelummaa kootti,

      Akkuma harki koo isa duratti qulqulluu taʼettis naaf haa deebisu.+

  • Faarfannaa 24:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Gara gaara Yihowaatti kan ol baʼu eenyu?+

      Iddoo qulqulluu isaa keessa kan dhaabbatu hoo eenyu?

       4 Nama harki isaa yakka hin raawwannee fi garaan isaa qulqulluu taʼe,+

      Nama lubbuu kootiin* sobaan hin kakanne,

      Akkasumas nama gowwoomsaadhaan hin kakanne dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi