2 Saamuʼel 3:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Ani mootii taʼee kanan dibame+ taʼus, harʼa humna dhabeera; ilmaan Zeruuyaa+ kun baayʼee natti hammaataniiru.+ Yihowaan isa hammina hojjetuuf akka hammina isaatti isaaf haa deebisu.”+
39 Ani mootii taʼee kanan dibame+ taʼus, harʼa humna dhabeera; ilmaan Zeruuyaa+ kun baayʼee natti hammaataniiru.+ Yihowaan isa hammina hojjetuuf akka hammina isaatti isaaf haa deebisu.”+