Maatewos 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Warri garaan isaanii qulqulluu taʼe+ gammadoo dha; isaan Waaqayyoon ni argu. 1 Pheexiros 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 sababiin isaas, “Ani qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼaa”+ jedhamee barreeffameera.