LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Waaqni dhugaan anaaf haaloo ni baʼa;+

      Namoonnis akka anaaf bitaman ni godha.

  • Faarfannaa 110:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,

      “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+

      Mirga koo taaʼi”+ jedheera.

  • Faarfannaa 144:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 144 Yihowaan inni Qarsaa koo+ taʼe,

      Inni harka koo waraanaaf,

      Quba koos lolaaf leenjisu+ haa jajamu.

       2 Inni isa jaalala amanamaa natti argisiisuu fi isa dahoo koo taʼe dha,

      Inni iddoo amansiisaa ani kooluu itti galuu* fi isa na oolchu,

      Gaachana koo fi isa ani gaaddisa godhadhe dha,+

      Inni saboonni akka anaaf bitaman godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi