2 Saamuʼel 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Daawitis Yihowaan Israaʼel irratti mootii godhee cimsee akka isa dhaabe,+ mootummaa isaas saba isaa Israaʼeliif jedhee+ akka ol qabe+ ni beeke. 2 Saamuʼel 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Bakka ati dhaqxu hundumaatti sii wajjin nan taʼa;+ diinota kee hundumaa fuula kee duraa nan balleessa;*+ akkuma namoota guguddaa lafa irra jiranii maqaa guddaa akka qabaattu nan godha.+
12 Daawitis Yihowaan Israaʼel irratti mootii godhee cimsee akka isa dhaabe,+ mootummaa isaas saba isaa Israaʼeliif jedhee+ akka ol qabe+ ni beeke.
9 Bakka ati dhaqxu hundumaatti sii wajjin nan taʼa;+ diinota kee hundumaa fuula kee duraa nan balleessa;*+ akkuma namoota guguddaa lafa irra jiranii maqaa guddaa akka qabaattu nan godha.+